Hojii Ergamootaa 5:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Sabni Israaʼel akka yaada geddaratuu fi dhiifama cubbuu akka argatuuf,+ Waaqayyo Bakka Buʼaa Isa Guddaa+ fi Fayyisaa+ godhee mirga isaatti ol isa kaaseera.+ Ibroota 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni wanti hundi isaaf jiraatuu fi karaa isaa jiraatu ilmaan hedduu gara ulfinaatti fidaa jira.+ Kanaafuu, Bakka Buʼaa Guddaan fayyina isaaniif argamsiisu+ sun rakkinaan gaʼumsa akka qabaatu gochuun isaa sirrii ture.+
31 Sabni Israaʼel akka yaada geddaratuu fi dhiifama cubbuu akka argatuuf,+ Waaqayyo Bakka Buʼaa Isa Guddaa+ fi Fayyisaa+ godhee mirga isaatti ol isa kaaseera.+
10 Inni wanti hundi isaaf jiraatuu fi karaa isaa jiraatu ilmaan hedduu gara ulfinaatti fidaa jira.+ Kanaafuu, Bakka Buʼaa Guddaan fayyina isaaniif argamsiisu+ sun rakkinaan gaʼumsa akka qabaatu gochuun isaa sirrii ture.+