Luqaas 24:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kiristoos dhiphinni kun hundi isa irra gaʼuun isaa+ fi gara ulfina isaatti galuun isaa+ barbaachisaa hin turree?” Ibroota 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni ilma Waaqayyoo yoo taʼe iyyuu, rakkoowwan isa irra gaʼan irraa ajajamuu barateera.+
26 Kiristoos dhiphinni kun hundi isa irra gaʼuun isaa+ fi gara ulfina isaatti galuun isaa+ barbaachisaa hin turree?”