-
Isaayyaas 53:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+
Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;
Afaan isaas hin saaqqanne.+
8 Murtii sirrii hin taaneen* ni fudhatame;
Hidda dhalootaa* isaa tokko tokkoon beekuuf xiyyeeffannaa kan kennu eenyu?
Sababiin isaas, inni biyya warra jiraatoo keessaa balleeffameera;+
-