5 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, ati Waaqa Israaʼeli.+
Xiyyeeffannaa kee gara saboota hundumaatti gochuuf dammaqi.
Gantoota hamoo taʼan kamitti iyyuu gara laafina hin argisiisin.+ (Seelaa)
6 Isaan galgala galgala ni deebiʼu;+
Akka sarootaatti ni gururiʼu;+ suuta jedhaniis magaalattii keessa asii fi achi ni deemu.+