LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 50:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dugda koo warra na rukutanitti,

      Maddii* koos warra areeda na irraa ciranitti kenneera.

      Fuula koo wantoota nama salphisanii fi warra natti tufan jalaa hin dhoksine.+

  • Isaayyaas 53:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Inni garuu yakka keenyaaf ni waraaname;+

      Balleessaa keenyaafis ni caccabsame.+

      Nagaa nuuf argamsiisuuf jedhee adaba ni baate,+

      Madaa isaatiin kan kaʼes nuti ni fayyine.+

  • Maatewos 26:67, 68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 67 Achiis isaan fuula isaatti tufan;+ akkasumas abootteedhaan isa rukutan.+ Warri kaan immoo isa kabalanii,+ 68 “Yaa Kiristoos, raajii dubbadhu. Eenyutu si rukute?” isaan jedhan.

  • Maarqos 14:65
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 65 Isaan keessaa tokko tokko itti tufuu jalqaban;+ fuula isaa haguuganii abootteedhaan isa rukutaa, “Raajii dubbadhu!” isaan jedhan. Waardiyyoonni mana murtichaas kakkabalaa isa fuudhanii deeman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi