LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Balleessaa hambisuuf, cubbuu balleessuuf,+ dogoggoraaf araara argamsiisuuf,+ qajeelummaa bara baraa fiduuf,+ mulʼatichaa fi raajicha irratti chaappaa gochuuf,+ akkasumas Kutaa Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe* dibuuf, saba kee fi magaalaa kee ishii qulqulluudhaaf+ torbeen* 70ni murteeffamaniiru.

  • Zakkaariyaas 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura fudhatama argachuu fi hafuura wawwaannaa nan dhangalaasa; isaanis gara isa waraanan sanaa ni ilaalu;+ akkuma ilma tokkichaaf booʼanitti isaaf ni booʼu; akkuma ilma angafaatiif gaddanittis baayʼee isaaf ni gaddu.

  • Yohaannis 19:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Haa taʼu malee, loltoota sana keessaa tokko cinaacha isaa eeboodhaan yommuu waraanu,+ yeruma sana dhiignii fi bishaan keessaa yaaʼe.

  • Roomaa 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Inni cubbuu keenyaaf dabarfamee kenname;+ Waaqayyo qajeelota jedhee akka nu waamuufis duʼaa kaafame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi