Yohaannis 19:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Haa taʼu malee, loltoota sana keessaa tokko cinaacha isaa eeboodhaan yommuu waraanu,+ yeruma sana dhiignii fi bishaan keessaa yaaʼe. Yohaannis 19:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Akkasumas yaadni Kitaabota Qulqulluu kan biraan, “Isaan gara isa waraanan sanaa ni ilaalu” jedha.+ Yohaannis 20:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Achiis Toomaasiin, “Quba kee as keessa galchi, harka koo ilaali; harka kee fidiitii cinaacha koo keessa galchi; shakkuu kee* dhiisiitii amani” jedhe. Mulʼata 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.
34 Haa taʼu malee, loltoota sana keessaa tokko cinaacha isaa eeboodhaan yommuu waraanu,+ yeruma sana dhiignii fi bishaan keessaa yaaʼe.
37 Akkasumas yaadni Kitaabota Qulqulluu kan biraan, “Isaan gara isa waraanan sanaa ni ilaalu” jedha.+
27 Achiis Toomaasiin, “Quba kee as keessa galchi, harka koo ilaali; harka kee fidiitii cinaacha koo keessa galchi; shakkuu kee* dhiisiitii amani” jedhe.
7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.