25 Kanaafuu barattoonni kaan, “Nuti Gooftaa argineerra!” jedhanii itti himan. Inni garuu, “Harka isaa bakka mismaarri itti rukutame yoon arge, quba koos bakka mismaarri itti rukutame sana keessa yoon galche, harka koos cinaacha isaa keessa yoon galche malee+ ani matumaa hin amanu” isaaniin jedhe.