LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”

  • Roomaa 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Utuma dadhaboo taanee jirruu,+ Kiristoos yeroo dursee murteeffametti cubbamootaaf duʼeera.

  • Roomaa 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Akkuma ajajamuu diduu nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taʼan,+ ajajamuu nama tokkootiin namoonni hedduun qajeelota taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi