Isaayyaas 53:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+ Ibroota 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni wanti hundi isaaf jiraatuu fi karaa isaa jiraatu ilmaan hedduu gara ulfinaatti fidaa jira.+ Kanaafuu, Bakka Buʼaa Guddaan fayyina isaaniif argamsiisu+ sun rakkinaan gaʼumsa akka qabaatu gochuun isaa sirrii ture.+
11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+
10 Inni wanti hundi isaaf jiraatuu fi karaa isaa jiraatu ilmaan hedduu gara ulfinaatti fidaa jira.+ Kanaafuu, Bakka Buʼaa Guddaan fayyina isaaniif argamsiisu+ sun rakkinaan gaʼumsa akka qabaatu gochuun isaa sirrii ture.+