-
Roomaa 5:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kanaafuu, akkuma cubbuun tokko akaakuu namootaa hundatti yakka mursiise,+ akkasuma gochi qajeelaan tokko akaakuun namootaa hundi+ qajeelota jedhamanii jireenya akka argatan godha.+ 19 Akkuma ajajamuu diduu nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taʼan,+ ajajamuu nama tokkootiin namoonni hedduun qajeelota taʼu.+
-