Yohaannis 19:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Haa taʼu malee, loltoota sana keessaa tokko cinaacha isaa eeboodhaan yommuu waraanu,+ yeruma sana dhiignii fi bishaan keessaa yaaʼe.
34 Haa taʼu malee, loltoota sana keessaa tokko cinaacha isaa eeboodhaan yommuu waraanu,+ yeruma sana dhiignii fi bishaan keessaa yaaʼe.