Luqaas 22:63-65 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Namoonni Yesuusiin eegaa turan sunis isa rukutaa itti qoosuu+ jalqaban;+ 64 fuula isaa haguuganii, “Mee raajii dubbadhu! Eenyutu si rukute?” jedhanii isa gaafatu turan. 65 Wanta kan biraa hedduu jedhaniis isa arrabsu turan.
63 Namoonni Yesuusiin eegaa turan sunis isa rukutaa itti qoosuu+ jalqaban;+ 64 fuula isaa haguuganii, “Mee raajii dubbadhu! Eenyutu si rukute?” jedhanii isa gaafatu turan. 65 Wanta kan biraa hedduu jedhaniis isa arrabsu turan.