LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 50:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dugda koo warra na rukutanitti,

      Maddii* koos warra areeda na irraa ciranitti kenneera.

      Fuula koo wantoota nama salphisanii fi warra natti tufan jalaa hin dhoksine.+

  • Isaayyaas 53:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Namoonni isa ni tuffatan, ni jibbanis,+

      Inni nama dhiphinnii fi dhukkubni itti baayʼatu* ture.

      Akka waan fuulli isaa nu jalaa dhokfamee taʼee ture.*

      Inni kan tuffatame ture, nutis akka waan gatii hin qabneetti isa ilaalle.+

  • Maatewos 26:67, 68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 67 Achiis isaan fuula isaatti tufan;+ akkasumas abootteedhaan isa rukutan.+ Warri kaan immoo isa kabalanii,+ 68 “Yaa Kiristoos, raajii dubbadhu. Eenyutu si rukute?” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi