LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, namoota hedduu gidduutti gaʼee isaaf nan kenna,

      Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata,

      Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duʼaatti illee dabarsee kenneera,+

      Yakkamtootaa wajjinis lakkaaʼameera;+

      Cubbuu namoota hedduu ni baate,+

      Yakkamtootaafis ni kadhate.+

  • Filiphisiyus 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees, yeroo nama taʼee dhufe,* gad of qabuudhaan hamma duʼutti, jechuunis hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti+ ajajamaa taʼe.+

  • Ibroota 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, Yesuus inni xinnuma maleekota irraa gad taʼee ture,+ dhiphatee duʼuu isaatiin amma ulfinaa fi kabaja gonfatee argina;+ kunis kan taʼe, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatiin kan kaʼe tokkoon tokkoon namaatiif duʼa akka dhandhamuufi.+

  • Ibroota 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 fiigicha kanas Yesuus isa Bakka Buʼaa Guddaa fi Fiixaan Baasaa amantii keenyaa taʼe+ xiyyeeffannaadhaan ilaalaa haa fiignu. Inni gammachuu isa dura jiruuf jedhee salphina isa irra gaʼe tuffatee hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti jabaatee dhaabbateera; akkasumas mirga teessoo Waaqayyoo taaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi