LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kana malees, saamtota lama, isa tokko karaa mirga isaa, isa tokko immoo karaa bitaa isaa, isa biratti muka irratti fannisan.+

  • Luqaas 22:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Ani isinitti nan hima, ‘Inni hamootaa wajjin lakkaaʼame’+ jedhamee wanti barreeffame ana irratti raawwatamuu qaba. Sababiin isaas, wanti waaʼee koo dubbatame kun raawwatamaa jira.”+

  • Luqaas 23:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Yakkamtoonni lamas isaa wajjin ajjeefamuuf geeffamaa turan.+ 33 Yeroo bakka Buqqee Mataa+ jedhamu gaʼanittis isa tokko karaa mirga isaa, isa tokko immoo karaa bitaa isaa godhanii yakkamtoota sanaa wajjin muka irratti isa fannisan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi