17 Yesuus muka dhiphinaa sana ofuma isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa jedhamuu+ fi Afaan Ibrootaatiin Golgootaa jedhamutti ol baʼe.+ 18 Achittis isa tokko garanaan isa tokko immoo garasiin godhanii Yesuusiin namoota lama gidduutti+ muka irratti fannisan.+