LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, namoota hedduu gidduutti gaʼee isaaf nan kenna,

      Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata,

      Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duʼaatti illee dabarsee kenneera,+

      Yakkamtootaa wajjinis lakkaaʼameera;+

      Cubbuu namoota hedduu ni baate,+

      Yakkamtootaafis ni kadhate.+

  • Maatewos 27:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Yeroo sanatti saamtonni lama, inni tokko karaa mirga isaa, inni tokko immoo karaa bitaa isaa isa biratti muka irratti fannifamanii turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi