LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, namoota hedduu gidduutti gaʼee isaaf nan kenna,

      Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata,

      Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duʼaatti illee dabarsee kenneera,+

      Yakkamtootaa wajjinis lakkaaʼameera;+

      Cubbuu namoota hedduu ni baate,+

      Yakkamtootaafis ni kadhate.+

  • Maarqos 15:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kana malees, saamtota lama, isa tokko karaa mirga isaa, isa tokko immoo karaa bitaa isaa, isa biratti muka irratti fannisan.+

  • Luqaas 23:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yeroo bakka Buqqee Mataa+ jedhamu gaʼanittis isa tokko karaa mirga isaa, isa tokko immoo karaa bitaa isaa godhanii yakkamtoota sanaa wajjin muka irratti isa fannisan.+

  • Yohaannis 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achittis isa tokko garanaan isa tokko immoo garasiin godhanii Yesuusiin namoota lama gidduutti+ muka irratti fannisan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi