Yohaannis 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ani deebisee akkan argadhuuf, lubbuu koo dabarsee nan kenna;+ Abbaan kan na jaallatu kanaafi.+ Ibroota 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, Yesuus inni xinnuma maleekota irraa gad taʼee ture,+ dhiphatee duʼuu isaatiin amma ulfinaa fi kabaja gonfatee argina;+ kunis kan taʼe, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatiin kan kaʼe tokkoon tokkoon namaatiif duʼa akka dhandhamuufi.+ Ibroota 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni ilma Waaqayyoo yoo taʼe iyyuu, rakkoowwan isa irra gaʼan irraa ajajamuu barateera.+
9 Haa taʼu malee, Yesuus inni xinnuma maleekota irraa gad taʼee ture,+ dhiphatee duʼuu isaatiin amma ulfinaa fi kabaja gonfatee argina;+ kunis kan taʼe, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatiin kan kaʼe tokkoon tokkoon namaatiif duʼa akka dhandhamuufi.+