-
1 Yohaannis 4:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge. 10 Jaalala jechuun kana dha; kunis nuti Waaqayyoon waan jaallanneef utuu hin taʼin, Waaqayyo waan nu jaallateef, cubbuu keenyaaf aarsaa+ araaraa akka taʼu Ilma isaa erguu isaa ti.+
-