LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, namoota hedduu gidduutti gaʼee isaaf nan kenna,

      Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata,

      Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duʼaatti illee dabarsee kenneera,+

      Yakkamtootaa wajjinis lakkaaʼameera;+

      Cubbuu namoota hedduu ni baate,+

      Yakkamtootaafis ni kadhate.+

  • Yohaannis 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Isatti kan amanu* hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf+ malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennutti addunyaa baayʼee jaallateera.+

  • Efesoon 2:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, Waaqayyo gara laafinni isaa guddaa dha;+ inni jaalala guddaadhaan waan nu jaallateef,+ 5 yeroo cubbuu keenyaan kan duune turretti illee Kiristoosii wajjin nu jiraachiseera;+ isinis gaarummaa isaa isa guddaadhaan fayyitan.

  • 1 Pheexiros 3:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kiristoos inni qajeelaa taʼe warra jalʼootaaf jedhee+ cubbuudhaaf yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha duʼeera;+ kana kan godhes gara Waaqayyootti isin qajeelchuuf jedhee ti.+ Inni fooniin ajjeefame,+ taʼus hafuuraan jiraataa godhame.+

  • 1 Yohaannis 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Jaalala jechuun kana dha; kunis nuti Waaqayyoon waan jaallanneef utuu hin taʼin, Waaqayyo waan nu jaallateef, cubbuu keenyaaf aarsaa+ araaraa akka taʼu Ilma isaa erguu isaa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi