LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 6:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Sababiin isaas, fedhiin Abbaa kootii namni Ilma beekee isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatu+ dha; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”+

  • Yohaannis 20:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Haa taʼu malee wantoonni kun kan barreeffaman, Yesuus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa akka amantaniif, amantaniis karaa maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.+

  • Roomaa 6:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha;+ kennaan Waaqayyo kennu garuu, karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus+ jireenya bara baraa ti.+

  • 2 Ximotewos 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 daaʼimummaa keetii jalqabdee+ Kitaabota Qulqulluu+ fayyina Kiristoos Yesuusitti amanuudhaan argamuuf ogeessa si gochuu dandaʼan baratteetta.+

  • 1 Yohaannis 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa Ilma Waaqayyootti amantan+ jireenya bara baraa+ qabaachuu keessan akka beektaniifi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi