2 Qorontos 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Haa taʼu malee, wanti hundi Waaqayyo isa karaa Kiristoos ofitti nu araarsee+ fi tajaajila araarsuu nuuf kenne irraa dhufe;+
18 Haa taʼu malee, wanti hundi Waaqayyo isa karaa Kiristoos ofitti nu araarsee+ fi tajaajila araarsuu nuuf kenne irraa dhufe;+