-
Roomaa 5:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Sababiin isaas, utuu diinota taanee jirruu karaa duʼa Ilma isaa Waaqayyotti erga araaramnee,+ amma erga araaramnee booda, jireenya isaatiin akka fayyinu beekamaa dha.
-
-
Efesoon 2:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Gareewwan lamaan isaa wajjin tokkummaa qaban sana nama haaraa tokko gochuu+ fi nagaa uumuudhaaf foon isaatiin diinummaa, jechuunis ajajawwan Seerichaa warra labsiiwwan qabatan sana balleesseera; 16 kana kan godhes karaa muka dhiphinaa*+ isaatiin gareewwan lamaan sana qaama tokko godhee guutummaatti Waaqayyotti araarsuufi; sababiin isaas, inni duʼa isaatiin diinummaa balleesseera.+
-