LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee, wanti hundi Waaqayyo isa karaa Kiristoos ofitti nu araarsee+ fi tajaajila araarsuu nuuf kenne irraa dhufe;+

  • Qolosaayis 1:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isin sammuun keessan hojii hamminaa irratti waan xiyyeeffatee tureef yeroo tokkotti Waaqayyo irraa kan fagaattanii fi diinota isaa turtan; 22 inni qulqulloota, hirʼina kan hin qabnee fi isa duratti himata irraa walaba akka taatan godhee isin dhiheessuuf,+ karaa duʼa qaama Ilma isaa sanaan amma ofitti isin araarseera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi