Uumama 22:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+ 1 Mootota 4:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Namoonni Yihudaa fi namoonni Israaʼel akka cirracha qarqara galaanaa baayʼatu turan;+ isaan nyaachaa, dhugaa fi gammadaa turan.+
17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+
20 Namoonni Yihudaa fi namoonni Israaʼel akka cirracha qarqara galaanaa baayʼatu turan;+ isaan nyaachaa, dhugaa fi gammadaa turan.+