Lallaba 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Nyaachuu, dhuguu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammachuu argachuu* caalaa wanti namaaf gaarii taʼe tokko illee hin jiru.+ Wanti kunis harka Waaqa dhugaa irraa kan argamu taʼuu isaa hubadheera;+
24 Nyaachuu, dhuguu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammachuu argachuu* caalaa wanti namaaf gaarii taʼe tokko illee hin jiru.+ Wanti kunis harka Waaqa dhugaa irraa kan argamu taʼuu isaa hubadheera;+