LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.

  • Uumama 15:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda alatti gad isa baasee, “Yoo dandeesse, maaloo, gara samiitti ol ilaaliitii urjiilee lakkaaʼi” isaan jedhe. Achiis, “Sanyiin kees akkanuma ni taʼa”+ isaan jedhe.

  • Baʼuu 32:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Tajaajiltoota kee Abrahaam, Yisihaaqii fi Israaʼel warra, ‘Ani sanyii keessan akka urjiilee samiitti nan baayʼisa;+ isaan dhaala dhaabbataa godhanii akka isa qabataniifis biyya ani sanyii keessaniif ramade kana hundumaa isaaniif nan kenna’ jettee ofiin isaaniif kakatte sana yaadadhu.”+

  • Lakkoofsa 26:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Israaʼelota keessaa kan galmeeffaman walumaa galatti 601,730 turan.+

  • Keessa Deebii 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi