Keessa Deebii 33:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+ Sabni akka kee+ Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+ Inni gaachana+ eegumsaa kee,Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha. Diinonni kee si duratti ni hollatu,+Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.” Fakkeenya 30:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dubbiin Waaqayyoo hundi kan qulqulleeffame dha.+ Inni warra isatti kooluu galaniif gaachana.+
29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+ Sabni akka kee+ Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+ Inni gaachana+ eegumsaa kee,Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha. Diinonni kee si duratti ni hollatu,+Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.”