Uumama 46:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ilmaan Yoseef warri inni Gibxii keessatti dhalche lama* turan. Maatiin Yaaqoob warri biyya Gibxiitti galan walumaa galatti namoota* 70 turan.+ Baʼuu 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri* Yaaqoobiif dhalatan* walumaa galatti namoota* 70 turan; Yoseef garuu yeroo sanatti Gibxii keessa ture.+ Hojii Ergamootaa 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Yoseef dhaamsa ergee abbaa isaa Yaaqoobii fi firoottan isaa hunda,+ walumaa galatti namoota* 75 bakka sanaa waamsise.+
27 Ilmaan Yoseef warri inni Gibxii keessatti dhalche lama* turan. Maatiin Yaaqoob warri biyya Gibxiitti galan walumaa galatti namoota* 70 turan.+
5 Warri* Yaaqoobiif dhalatan* walumaa galatti namoota* 70 turan; Yoseef garuu yeroo sanatti Gibxii keessa ture.+
14 Kanaafuu, Yoseef dhaamsa ergee abbaa isaa Yaaqoobii fi firoottan isaa hunda,+ walumaa galatti namoota* 75 bakka sanaa waamsise.+