Uumama 46:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Haadhotii manaa ilmaan Yaaqoob utuu hin dabalatin, namoonni* sanyii Yaaqoob taʼanii fi isaa wajjin Gibxiitti galan walumaa galatti 66 turan.+ Keessa Deebii 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+ Hojii Ergamootaa 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Yoseef dhaamsa ergee abbaa isaa Yaaqoobii fi firoottan isaa hunda,+ walumaa galatti namoota* 75 bakka sanaa waamsise.+
26 Haadhotii manaa ilmaan Yaaqoob utuu hin dabalatin, namoonni* sanyii Yaaqoob taʼanii fi isaa wajjin Gibxiitti galan walumaa galatti 66 turan.+
22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+
14 Kanaafuu, Yoseef dhaamsa ergee abbaa isaa Yaaqoobii fi firoottan isaa hunda,+ walumaa galatti namoota* 75 bakka sanaa waamsise.+