Uumama 46:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ilmaan Yoseef warri inni Gibxii keessatti dhalche lama* turan. Maatiin Yaaqoob warri biyya Gibxiitti galan walumaa galatti namoota* 70 turan.+ Keessa Deebii 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+
27 Ilmaan Yoseef warri inni Gibxii keessatti dhalche lama* turan. Maatiin Yaaqoob warri biyya Gibxiitti galan walumaa galatti namoota* 70 turan.+
22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+