Baʼuu 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri* Yaaqoobiif dhalatan* walumaa galatti namoota* 70 turan; Yoseef garuu yeroo sanatti Gibxii keessa ture.+ Keessa Deebii 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+ Hojii Ergamootaa 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Yoseef dhaamsa ergee abbaa isaa Yaaqoobii fi firoottan isaa hunda,+ walumaa galatti namoota* 75 bakka sanaa waamsise.+
5 Warri* Yaaqoobiif dhalatan* walumaa galatti namoota* 70 turan; Yoseef garuu yeroo sanatti Gibxii keessa ture.+
22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+
14 Kanaafuu, Yoseef dhaamsa ergee abbaa isaa Yaaqoobii fi firoottan isaa hunda,+ walumaa galatti namoota* 75 bakka sanaa waamsise.+