LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 45:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Hatattamaan gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa: ‘Yoseef ilmi kee akkana jedha: “Waaqayyo guutummaa biyya Gibxii irratti gooftaa godhee na muudeera.+ Utuu hin turin gara kootti gad buʼi.+ 10 Ati, ijoolleen kee, ijoolleen ijoollee keetii, bushaayeewwan kee, horiiwwan kee fi wanti ati qabdu hundi biyya Gooshen isa natti dhihoo jiru keessa jiraadhaa.+ 11 Kana booda waggoonni beelaa shan waan hafaniif, ani achitti midhaan siifan kenna.+ Taʼuu baannaan garuu, atii fi maatiin kee ni hiyyoomtu; wanti ati qabdu hundis ni bada.”’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi