-
Uumama 46:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Faraʼoon isin waamee, ‘Hojiin keessan maali dha?’ jedhee yoo isin gaafate, 34 ‘Nuti tajaajiltoonni kee fi abbootiin keenya ijoollummaa keenyaa jalqabee hamma harʼaatti horii horsiisna’ jedhaatii isaaf deebisaa;+ namni hoolaa tiksu kam iyyuu warra Gibxii biratti jibbamaa waan taʼeef,+ biyya Gooshen keessa akka jiraattan+ isiniif heyyama taʼa.”
-
-
Baʼuu 9:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Cabbiin biyya Gooshen isa Israaʼelonni keessa jiran qofa keessatti utuu hin buʼin hafe.+
-