-
Lakkoofsa 1:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 lakkoofsi namoota galmeeffamanii walumaa galatti 603,550 ture.+
-
-
Lakkoofsa 1:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 “Ati gosa Leewwii qofa hin galmeessitu; lakkoofsa isaaniis lakkoofsa Israaʼelota kaaniitti hin dabalin.+
-