-
Faarfannaa 106:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Kanaafuu, inni lafa onaa keessatti akka dhuman gochuuf
Waaʼee isaanii harka isaa ol kaasee kakate;+
-
1 Qorontos 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Taʼus, Waaqayyo hedduu isaaniitti waan hin gammadneef, isaan lafa onaa keessatti kufanii hafan.+
-
-
-