LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda alatti gad isa baasee, “Yoo dandeesse, maaloo, gara samiitti ol ilaaliitii urjiilee lakkaaʼi” isaan jedhe. Achiis, “Sanyiin kees akkanuma ni taʼa”+ isaan jedhe.

  • Baʼuu 38:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namni umuriin isaa waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffame hundi akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti sheeqilii walakkaa ni fide;+ namoonni kunis 603,550 turan.+

  • Lakkoofsa 1:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 lakkoofsi namoota galmeeffamanii walumaa galatti 603,550 ture.+

  • Lakkoofsa 14:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Warri umuriin keessan waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffamtan hundi, jechuunis warri ana irratti gungumtan hundi+ reeffi keessan lafa onaa kana keessatti ni kukkufa.+

  • Lakkoofsa 26:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Israaʼelota keessaa kan galmeeffaman walumaa galatti 601,730 turan.+

  • Lakkoofsa 26:64
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 64 Haa taʼu malee, namoota yommuu Musee fi Aaron lubichi lafa onaa Siinaa keessatti Israaʼelota lakkaaʼanii turanitti galmaaʼan keessaa namni tokko illee warra galmaaʼan kana keessatti hin argamu ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi