LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 46:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqayyos akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa dhugaa isa Waaqa abbaa keetii taʼe sana dha.+ Achitti saba guddaa waanan si godhuuf, gara Gibxiitti gad buʼuu hin sodaatin.+

  • Keessa Deebii 26:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda ati Waaqa kee Yihowaa duratti akkana jetta: ‘Abbaan koo nama biyya Aaraam+ asii fi achi jooru* ture; inni gara Gibxiitti gad buʼee+ nama biyya ormaa taʼee achi jiraate; maatiin isaas muraasa turan.+ Haa taʼu malee, inni achitti saba guddaa humna qabeessaa fi hedduu ni taʼe.+

  • Hojii Ergamootaa 7:17-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Waadaan Waaqayyo Abrahaamiif gale yommuu raawwatamuu jala gaʼus, sabichi Gibxii keessatti baayʼachaa deeme; 18 yeroo sanatti mootiin kan biraan Yoseefiin hin beekne biyya Gibxii bulchuu jalqabe.+ 19 Inni saba keenya irratti mala haxxummaa qopheessee abbootiin keenya daaʼimman isaanii duʼaaf dabarsanii akka kennan isaan dirqisiise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi