Baʼuu 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Israaʼelonni* wal horanii akka malee baayʼachuu jalqaban; isaan saffisa guddaadhaan wal horuu fi ciccimoo taʼuu isaanii itti fufan; kanaafuu, isaan biyyattii keessa ni guutan.+ Keessa Deebii 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+ Faarfannaa 105:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Waaqayyo sabni isaa baayʼee akka horan godhe;+Diinota isaanii caalaas jajjaboo akka taʼan godhe;+
7 Israaʼelonni* wal horanii akka malee baayʼachuu jalqaban; isaan saffisa guddaadhaan wal horuu fi ciccimoo taʼuu isaanii itti fufan; kanaafuu, isaan biyyattii keessa ni guutan.+
22 Abbootiin kee yeroo gara Gibxiitti gad buʼanitti namoota* 70 turan;+ amma garuu Waaqni kee Yihowaan akkuma urjiilee samiitti si baayʼiseera.+