LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 24:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Anis yeroo booda abbaa keessan Abrahaamiin+ Lagicha* gamaa fuudhee guutummaa biyya Kanaʼaan keessa akka deemu nan godhe; sanyii isaas nan baayʼise.+ Yisihaaqiin isaaf nan kenne;+

  • Hojii Ergamootaa 7:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 ‘Biyya kee fi firoottan kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi’ isaan jedhe.+ 4 Achiis inni biyya Kaladootaa keessaa baʼee, Kaaraan keessa jiraachuu jalqabe. Erga abbaan isaa duʼee booda+ immoo, Waaqayyo achii isa kaasee bakka isin amma jiraattan kanatti isa galche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi