Uumama 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+ Nahimiyaa 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ati Waaqa dhugaa kan taate Yihowaa dha; ati Abraamiin+ filattee Uur+ ishii biyya Kaladootaa keessaa isa baastee maqaa Abrahaam+ jedhu isaaf kenniteetta. Hojii Ergamootaa 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isxifaanosis deebisee akkana jedhe: “Yaa obboloota koo fi yaa abbootii koo, na dhagaʼaa. Waaqni ulfinaa, abbaan keenya Abrahaam Kaaraan keessa jiraachuu isaa dura utuma Mesophotaamiyaa keessa jiruu isatti mulʼatee,+
12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+
7 Ati Waaqa dhugaa kan taate Yihowaa dha; ati Abraamiin+ filattee Uur+ ishii biyya Kaladootaa keessaa isa baastee maqaa Abrahaam+ jedhu isaaf kenniteetta.
2 Isxifaanosis deebisee akkana jedhe: “Yaa obboloota koo fi yaa abbootii koo, na dhagaʼaa. Waaqni ulfinaa, abbaan keenya Abrahaam Kaaraan keessa jiraachuu isaa dura utuma Mesophotaamiyaa keessa jiruu isatti mulʼatee,+