Baʼuu 12:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Uummanni walitti makame*+ hedduunis isaanii wajjin ni deeme; kana malees isaan bushaayeewwanii fi loon, jechuunis horiiwwan baayʼee hedduu taʼan fudhatanii deeman. Lakkoofsa 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis uummanni walitti makamee*+ fi isaan gidduu ture sun fedhii ofittummaa qabu ni ibse;+ Israaʼelonnis akkana jedhanii booʼuu jalqaban: “Foon nyaannu eenyutu nuuf kenna?+
38 Uummanni walitti makame*+ hedduunis isaanii wajjin ni deeme; kana malees isaan bushaayeewwanii fi loon, jechuunis horiiwwan baayʼee hedduu taʼan fudhatanii deeman.
4 Achiis uummanni walitti makamee*+ fi isaan gidduu ture sun fedhii ofittummaa qabu ni ibse;+ Israaʼelonnis akkana jedhanii booʼuu jalqaban: “Foon nyaannu eenyutu nuuf kenna?+