Uumama 47:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, Yoseef abbaan isaa fi obboloonni isaa biyya Gibxii keessa akka jiraatan godhe; inni akkuma Faraʼoon ajajetti kutaa biyyattii isa hundumaa irra caalu keessatti, jechuunis biyya Raamsees*+ keessatti dhaala isaaniif ni kenne. Baʼuu 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, hojii cimaadhaan isaan cunqursuuf, ajajjoota hojii dirqamaa hojjechiisan isaan irratti muudan;+ isaanis Faraʼooniif magaalota midhaanii fi miʼawwan itti kuufaman warra Phiitomii fi Raamsees+ jedhaman ijaaran.
11 Kanaafuu, Yoseef abbaan isaa fi obboloonni isaa biyya Gibxii keessa akka jiraatan godhe; inni akkuma Faraʼoon ajajetti kutaa biyyattii isa hundumaa irra caalu keessatti, jechuunis biyya Raamsees*+ keessatti dhaala isaaniif ni kenne.
11 Kanaafuu, hojii cimaadhaan isaan cunqursuuf, ajajjoota hojii dirqamaa hojjechiisan isaan irratti muudan;+ isaanis Faraʼooniif magaalota midhaanii fi miʼawwan itti kuufaman warra Phiitomii fi Raamsees+ jedhaman ijaaran.