LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 45:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ati, ijoolleen kee, ijoolleen ijoollee keetii, bushaayeewwan kee, horiiwwan kee fi wanti ati qabdu hundi biyya Gooshen isa natti dhihoo jiru keessa jiraadhaa.+

  • Baʼuu 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo boodas mootii haaraan Yoseefiin hin beekne biyya Gibxii bulchuu jalqabe.

  • Baʼuu 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, hojii cimaadhaan isaan cunqursuuf, ajajjoota hojii dirqamaa hojjechiisan isaan irratti muudan;+ isaanis Faraʼooniif magaalota midhaanii fi miʼawwan itti kuufaman warra Phiitomii fi Raamsees+ jedhaman ijaaran.

  • Baʼuu 12:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Achiis Israaʼelonni ijoollee utuu hin dabalatin dhiironni lafoon gara 600,000 taʼan+ Raamsees+ keessaa baʼanii gara Suukootitti+ qajeelan.

  • Lakkoofsa 33:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaanis jiʼa isa jalqabaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 15ffaatti+ Raamsees irraa kaʼanii ni deeman.+ Israaʼelonni guyyuma Ayyaana Faasikaa+ booda jirutti namoonni Gibxii hundi utuma isaan ilaalanii sodaa malee* baʼanii deeman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi