Uumama 47:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, Yoseef abbaan isaa fi obboloonni isaa biyya Gibxii keessa akka jiraatan godhe; inni akkuma Faraʼoon ajajetti kutaa biyyattii isa hundumaa irra caalu keessatti, jechuunis biyya Raamsees*+ keessatti dhaala isaaniif ni kenne. Baʼuu 12:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Achiis Israaʼelonni ijoollee utuu hin dabalatin dhiironni lafoon gara 600,000 taʼan+ Raamsees+ keessaa baʼanii gara Suukootitti+ qajeelan.
11 Kanaafuu, Yoseef abbaan isaa fi obboloonni isaa biyya Gibxii keessa akka jiraatan godhe; inni akkuma Faraʼoon ajajetti kutaa biyyattii isa hundumaa irra caalu keessatti, jechuunis biyya Raamsees*+ keessatti dhaala isaaniif ni kenne.
37 Achiis Israaʼelonni ijoollee utuu hin dabalatin dhiironni lafoon gara 600,000 taʼan+ Raamsees+ keessaa baʼanii gara Suukootitti+ qajeelan.