Faarfannaa 78:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Nyaata dharraʼan* irra deddeebiʼanii gaafachuudhaan,Garaa isaaniitti Waaqayyoon ni morkatan.*+ 1 Qorontos 10:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+
9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+