Maatewos 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* hin qorin’+ kan jedhus barreeffameera” isaan jedhe. Luqaas 4:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* hin qorin’+ jedhameera” isaan jedhe. 1 Qorontos 10:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+
9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+