Baʼuu 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Israaʼelonni Musee waan lolaniif, akkasumas, “Yihowaan nu gidduu jira moo hin jiru?” jedhanii Yihowaa waan qoraniif,+ inni maqaa iddoo sanaa Maasaa*+ fi Mariibaa*+ jedhee moggaase.
7 Israaʼelonni Musee waan lolaniif, akkasumas, “Yihowaan nu gidduu jira moo hin jiru?” jedhanii Yihowaa waan qoraniif,+ inni maqaa iddoo sanaa Maasaa*+ fi Mariibaa*+ jedhee moggaase.